godaansa ma.

GAO

Hiika

1. horii oofanii yeroo gannaa biyya kaloon argamu deemiira Birraan bari'ee warri kee hammaanrnaa godaansaa hingallee? 2. biyya ofii dhiisanii iddoo biraatti galiisa.
Sponsors