Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
gaayyoo ma.
GAO

bokkaa huursee baay'ee roobu.

gab jechuu go.
GAO

1. waan barbaadan argatanii qalbiin nama ciisuu. 2.olii gadi kaachuu, yaada guddisuu yookiin dubbii ...

gabaa ma.
GAO

1. bakkee yookiin guyyaa bittaafi gurgurtaaf namoonni baay'een itti wal ga'an; Beenu gabaa deemnaa. ...

gabaabaa ad.
GAO

waan dheerinni yookiin hojjaan isaa guddaa hinta'in, kan yoo lafa dhaabbatu waaqa keessa oli hinfaga...

gabaabaatti da. go.
GAO

1. odoo hindheeratiin. 2. odoo hinfagaatin asuma dhiwootti. 3. odoo baay'atin; Asuma gabaabaatti wan...

gabaabbacha ma.
GAO

dheerina dhaba gabaabaa ta'iisa.

gabaabbachuu go.
GAO

dheerina dhabuu, gabaabaa ta'uu; uleen hara malee dheerachuu irra gabaabbachuu wayya.

gabaabduu ad.
GAO

1. dubartii gabaabina qabdu. 2 . Waan gabaabaa ta'ee tuffatamu; Fardi tun gabaabduudha hamma fe'e mi...

gabaabee ma.
GAO

osa mishingaa, boobee.

gabaabfachuu go.
GAO

ofiif jedhanii akka gabaabaa ta'u gochuu.

gabaabina
GAO

"gabaabbacha" ilaala.

gabaabsuu go.
GAO

akka gabaabbatu /gabaabbattu/gochuu.

gabaalcha
GAO

"gaabaalcha" ilaalaa.

gabaasa ma.
GAO

waan hojjetan hima; Barreessaan gabaasa koreedhaa barreesseeti  dubbise.

gabalamaa ad.
GAO

kan beelli jarjarsu, kaka'aa, jeeja'aa.

gabalamuu go.
GAO

quufa dhabuu, beela uu, jeeja'uu, kaka'uu.

gabalcha
GAO

"gameelcha" ilaalaa.

gabataa dhayu ma.
GAO

mi'a gaafa mucayyoo isaanii heerumsiifatan haati itti marqitu.

gabataa ma.
GAO

meeshaa nyaata ittiin namaa dhiyeessan, kan muka irraa qophaawu.

gabatee
GAO

"gabataa" ilaalaa.

Sponsors