gabaabduu ad.

GAO

Hiika

1. dubartii gabaabina qabdu. 2 . Waan gabaabaa ta'ee tuffatamu; Fardi tun gabaabduudha hamma fe'e mi'a itti uwwisanis  kaawoo namaa hinkennitu.
Sponsors