Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
gabaa ma.
gabaa ma.
GAO
Hiika
1. bakkee yookiin guyyaa bittaafi gurgurtaaf namoonni baay'een itti wal ga'an; Beenu gabaa deemnaa. 2. waca nama baay'ee; Gabaa hingodhinaatii suuta dubbadhaa. 3. nama baay ee; Yaa'iin hardhaa gabaadha.
Sponsors