firooma ilmaan adaadotaa gidduu jiru; Ijoolleen abbaa kootiifi obboleettiin abbaa kiyyaa godhatan ...

1. dhaqna horrnaata durbaa kan kanaan dura dhiirri hinbeekin; Durbi gaafa durbummaa irraa fudhatan ...
1. dhaqna horrnaata durbaa kan kanaan dura dhiirri hinbeekin; Durbi gaafa durbummaa irraa fudhatan n...
bakkee yookiin diriiraa; Ijoolleen irreetti yaateeti qillee taphatti. 2. "gooba 2" ilaalaa.
ijaarsa mana keessaa kan bakka ciisichaatiifi bakka taa'umsa addaan qoodu, cichaa yookiin gorroo man...

rifeensa sammuu namaa gubbaatti utuu hinhaadin dhiisan, guuttiyyee (guuttiyyaa), roggee.

1. nama warra biraa hunda dura jiru, abbaa barcumaa, dura bu'aa. 2. kan qabeenyaan hunda irra caalu...
1. nama warra biraa hunda dura jiru, abbaa barcumaa, dura bu'aa. 2. kan qabeenyaan hunda irra caalu,...
qooda abbaa tokkoo yookiin gayee abbaa tokkoo; Duniyaa abbaa isaanii daa'imni durgoo keessaa qabu.

yeroo yookiin bara achi fagoo, bara durii, bara Abbaa Gadaa;Durii durii mana kan bulchu haadha warra...