Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dhukkuba baraa ma.
GAO

dhukkuba akka laayyootti hinfayyine naqarsaa.

dhukkuba laphee ma.
GAO

dhukkuba onnee, kan nama dadhabsiisu.

dhukkuba ma.
GAO

waan fayyaa nama dhabsiisu, dhibee;Kan dhukkubsate du'uu.

dhukkubbii
GAO

"dhukkuba" ilaalaa.

dhukkubsachuu go.
GAO

dhukkubbiin namatti dhaga'amu, dhibamuu. 2. waan namni argatetti hinaafuu weenna'uu;Namni tokko tokk...

dhukkubsacliiisuu.go.
GAO

Nama dhukkuba irra jiruuf wal'aansa kennuu; Yeroo inni dhukkubsate isheetu bira taa'ee dhukkubsachii...

dhukkubsataa ad.
GAO

Kan dhukkubaan qabame,Inni dhukkubsataa waan ta'eef,waldhaanamuu qaba.

dhukkubsattuu ad.
GAO

Tan dhukkubaan qabamte; Foon horii dhukkubsattuu hinnyaatin.

dhukkubsuu go.
GAO

akka dhukkubbiin itti dhaga'amu gochuu; Harki kee yammuu nama qabu nama dhukkubsa; Marfeen ati naa w...

dhukkubuu go.
GAO

dhukkubaan qabamuu; Dhukkubu malee namni hakiimii hinbarbaadu.

dhul'aa qamalee
GAO

"dhullaa qamalee" ilaalaa.

dhulaa
GAO

"dhullaa"ilaalaa.

dhulaandhula
GAO

"ulaandhula" ilaalaa.

dhullaa ma.
GAO

dhiitoo xixinnoo,kan gogaa namaa keessaan alatti guddatu, kan yeroo baay'ee naannoo tokkoon fayyee n...

dhullaa qamalee.ma.
GAO

dhullaa baayatee wal biratti biqilu yookiin bawu.

dhullee
GAO

"wullee" ilaalaa.

dhuma ma.
GAO

bakka waan tokko ta'aa yookiin deemaa turee itti ijaajju, dhaabbatu, raawwatu; Kun. dhwna dubbiiti. ...

dhumaa ad.
GAO

1. kan raawwate yookiin bakka gaye. 2. kan bifti irraa dhume, huqqataa; Namni dhumaa isaatu Jira. 3....

dhumdhuma dhawuu go.
GAO

dhumdhumaah safaruu, lakkaawuu.

dhumdhuma ma.
GAO

dheerina ciqilee harkaatiijalqabee hamma fiixee quba harkaa isa dheeraatti jiru; Meetirri otoo hindh...

Sponsors