Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhuma ma.
dhuma ma.
GAO
Hiika
bakka waan tokko ta'aa yookiin deemaa turee itti ijaajju, dhaabbatu, raawwatu; Kun. dhwna dubbiiti. 2. fayyaa ta'uumsa hafa, du'a; Midhaan arginee hinbitannu taanaan dhuma malee maaltu hafe.
Sponsors