dhumaa ad.

GAO

Hiika

1. kan raawwate yookiin bakka gaye. 2. kan bifti irraa dhume, huqqataa; Namni dhumaa isaatu Jira. 3. kan nafa isaa keessaa hir'ina qabu; Jaarsa ilkaan dhumaa.
Sponsors