Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
dhaaba qabaachuu go.
GAO

dhaabbii toluu, bareeduu. 2. beellama yookiin qaxaroo qabaachuu; Galgala mana dhufuuf dhaaba qabatee...

dhaaba qabeessa ad.
GAO

kan dhaabni tolu, bareedaa.

dhaaba qabeettii ad.
GAO

tan ijaajjiin ishee tolu, bareedduu.

dhaabamuu go.
GAO

1.hundeen lafa keessa awwaalamuu. 2. bakka tokko iJaajjuu; As dhaabamnee oolle. 3. abidda irra qodaa...

dhaabata 1
GAO

"dhaaba" ilaalaa.

Dhaabata 2 ma.
GAO

1. ulee keessumattuu kan namooni dullooman qabatanii deeman. 2. nama akka dhaabataa ta'ee isa dulloo...

dhaabataa ad.
GAO

kan hingeeddaramne yookiin olii gadi hinsochoone; Gatiin bunaa dhaabataa miti.

dhaabatanii hafuu go.
GAO

namni keessumattuu utuu hinfuudhin yookiin hinheerumin hafuu.

dhaabbachiisuu go.
GAO

akka dhaabbatu gochuu.

dhaabbachuu 1 go.
GAO

1.waan ta'e tokko dhimma ofiitiif dhaabuu. 2. akka waanti barbaadan namaa qajeeluuf jecha, waan adda...

dhaabbachuu 2 go.
GAO

lafaa ol ka'anii ijaajjuu;Hinciisanii ka'I dhaabbadhu. 2. utuu deemaa jiranii gidduutti deemsa dhaab...

dhaabbata
GAO

"dhaabata 1" ilaalaa.

dhaabbii
GAO

"dhaaba" ilaalaa.

dhaabsifachuu go.
GAO

akka namaa dhaabatu gochuu; Ilkaan dhaabsifachuuf mana ogeessaa deema.

dhaabsisuu go.
GAO

akka dhaabu gochuu.

dhaabuu go.
GAO

1.akka ijaajju gochuu. 2.buna danfisuu; Keessummaaf buna dhaabi. 3. biqiltuu adda addaa yookiin muka...

dhaadachuu go.
GAO

jagnummaa ofii mul'isuuf Jecha asiifi achi wawarraaqanii geeraruu; Otuu onnee hinqabaatin dhaadachuu...

dhaadannaa ma.
GAO

jecha gabaabduu jagnummaa yookiin gootummaa namaa kakaasu.

dhaadannoo
GAO

"dhaadannaa" ilaalaa.

dhaala ma.
GAO

1. qabeenya firri eega du'ee booda aantiin isaa fudhatu; Dhaala abbaa, mana tokkotu isa gaye. 4. nii...

Sponsors