Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
deegsuu go.
GAO

akka deegu gochuu.

deegsuu go.
GAO

akka deegu gochuu.

deemaa ad.
GAO

kan karaa deemuu baay'isu. 2.kan dubartii adda addaabira dhaquu baay'_isu yookiin .kan kanaan beeka...

deemaa ad.
GAO

kan karaa deemuu baay'isu. 2.kan dubartii adda addaabira dhaquu baay'_isu yookiin .kan kanaan beekam...

deemicha
GAO

"deemsa" ilaalaa.

deemina
GAO

"deemsa" ilaalaa.

deemmachuu go.
GAO

bakka ta'e dhimma yookiin haajaa ofiitiif dhaquu; Nama dhimmatti namaa hintaane ergachu irra ofumaaf...

deemmachuu go.
GAO

bakka ta'e dhimma yookiin haajaa ofiitiif dhaquu; Nama dhimmatti namaa hintaane ergachu irra ofumaaf...

deemsa ma.
GAO

miilla duraa duubaa kaasanii bakka biraa dhaqiisa; Nama karaa deemsa hinbeekne waj.j in deemuun kara...

deemsa ma.
GAO

miilla duraa duubaa kaasanii bakka biraa dhaqiisa; Nama karaa deemsa hinbeekne waj.j in deemuun kara...

deemsisuu go.
GAO

akka deemu gochuu. 2. waan namaa fakkeenyaaf mana, biyya, gadi dhiisee akka deemu gochuu; Hojjettuu...

deemsisuu go.
GAO

akka deemu gochuu. 2. waan namaa fakkeenyaaf mana, biyya, gadi dhiisee akka deemu gochuu; Hojjettuu ...

deemuu go.
GAO

karaa irra miilla dabaree wal jala qaxxaamursuudhaan yookiin waan akka fardaa irra taa'uudhaan yooki...

deemuu go.
GAO

karaa irra miilla dabaree wal jala qaxxaamursuudhaan yookiin waan akka fardaa irra taa'uudhaan yooki...

deentaa ma.
GAO

maal naan jedhuu, sabrii qabeenya, seeraan bultii; Namni  deentaa qabu ulfina  qaba.

deentaa ma.
GAO

maal naan jedhuu, sabrii qabeenya, seeraan bultii; Namni  deentaa qabu ulfina  qaba.

deeroo ma.
GAO

gosa qeerransaa; Deeroo lagana jiru, eessaan re'ee horannaa?

deeroo ma.
GAO

gosa qeerransaa; Deeroo lagana jiru, eessaan re'ee horannaa?

deessiftuu ad.
GAO

tan daya irratti gargaarsa kennitu. deessisuu go. dubartii mucaa dawuudhaaf geesseef gargaarsa kennu...

deessiftuu ad.
GAO

tan daya irratti gargaarsa kennitu. deessisuu go. dubartii mucaa dawuudhaaf geesseef gargaarsa kennu...

Sponsors