deemuu go.

GAO

Hiika

karaa irra miilla dabaree wal jala qaxxaamursuudhaan yookiin waan akka fardaa irra taa'uudhaan yookiin waan akka konkolaataa, roophilaa, baabura lafaa keessa taa'uudhaan, bakka turanii xa'anii bakka biraa gawuu; Teepha qawwee labanii, deeman karaa qabanii,  taa 'an bultii qabanii, waalama maaf dhabanii.
Sponsors