deemsisuu go.

GAO

Hiika

akka deemu gochuu. 2. waan namaa fakkeenyaaf mana, biyya, gadi dhiisee akka deemu gochuu; Hojjettuu isaa deemsise. 3. Hojiin akka hojjetamu gochuu; Manni barreessaa biyyaa hoj ii biyyaa deemsisa.
Sponsors