Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
daddafii
GAO

"daddafa" ilaalaa.

daddafuu go.
GAO

ariifachuu, jarjaruu, dhaqna o'uu; Daddafuu hinbeektu; Inni daddafee hojjeta.

daddafuu go.
GAO

ariifachuu, jarjaruu, dhaqna o'uu; Daddafuu hinbeektu; Inni daddafee hojjeta.

dadhabaa ad.
GAO

nama  humna fixate, humna yarii. 2. kan gadi fageessee hinyaadne; Nama yaada dadhabaa wajjin dubba...

dadhabaa ad.
GAO

nama  humna fixate, humna yarii. 2. kan gadi fageessee hinyaadne; Nama yaada dadhabaa wajjin dubbac...

dadhabamtuu ad.
GAO

tan dadhabamte, rakkistuu.

dadhabamtuu ad.
GAO

tan dadhabamte, rakkistuu.

dadhabamuu go.
GAO

hunda moyee jiraachuu, ij ibbaatamuu; Tolaan gorsaan ni dadhabame.

dadhabamuu go.
GAO

hunda moyee jiraachuu, ij ibbaatamuu; Tolaan gorsaan ni dadhabame.

dadhabbii ma.
GAO

1. humna dhabiinsa. 2 humna dhabiinsa yeroo ulfaa; Dubartiin dadhabbii qabdu akka ba 'a ulfaataa ol ...

dadhabbii ma.
GAO

1. humna dhabiinsa. 2 humna dhabiinsa yeroo ulfaa; Dubartiin dadhabbii qabdu akka ba 'a ulfaataa ol ...

dadhabsusuu go.
GAO

Humna dhabsiisuu, laaffisuu; Hojiin na dadhabsiise. 2. yaada isaa akka iddoodhaan hingeenyeef rakki...

dadhabsusuu go.
GAO

Humna dhabsiisuu, laaffisuu; Hojiin na dadhabsiise. 2. yaada isaa akka iddoodhaan hingeenyeef rakkin...

dadhabuu go.
GAO

humna dhabuu; Dulluma keessa ni dadhabu, Hojii yoohojjetaa oolan ni dadhabu. 2. lubbuun keessaa baw...

dadhabuu go.
GAO

humna dhabuu; Dulluma keessa ni dadhabu, Hojii yoohojjetaa oolan ni dadhabu. 2. lubbuun keessaa bawu...

dadii ma.
GAO

akkaataa waan ta'ee yookiin ta'uuf jiru mul'isu, haala, inaajii; An dadii isaa kana hinjaal'anne; Dh...

dadii ma.
GAO

akkaataa waan ta'ee yookiin ta'uuf jiru mul'isu, haala, inaajii; An dadii isaa kana hinjaal'anne; Dh...

dadoo ma.
GAO

okkotee dhadhaa yookiin dammaa, kan (duubaan) meexxiin yookiin hofichoon yookiin daduun irratti dhay...

dadoo ma.
GAO

okkotee dhadhaa yookiin dammaa, kan (duubaan) meexxiin yookiin hofichoon yookiin daduun irratti dhay...

daduu ma.
GAO

handaqii; Kanin nagadu daduu, Kanin argadhu aduu.

Sponsors