dadhabuu go.

GAO

Hiika

humna dhabuu; Dulluma keessa ni dadhabu, Hojii yoohojjetaa oolan ni dadhabu. 2. lubbuun keessaa bawuuf gawuu, laafuu; Jaarsi homaa dadhabuu hin'oolle fakkaataa qophaa'aa!
Sponsors