dadii ma.

GAO

Hiika

akkaataa waan ta'ee yookiin ta'uuf jiru mul'isu, haala, inaajii; An dadii isaa kana hinjaal'anne; Dhukkubi kun isa galaafachuu hinoolle!! Dadiin du'aa ija nama du'uuf jedhee irratti mul'ata.



Sponsors