Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
baalaagara
GAO

baadiyyaa ilaalaa.

baalabbaata
GAO

"qoroo" ilaalaa.

baalagaaraa ma.
GAO

nama hamaa namatti hojjetu yookiin yaadu, kan jibba nama irraa qabu, diina, nyaapha.

baalagaaraa ma.
GAO

nama hamaa namatti hojjetu yookiin yaadu, kan jibba nama irraa qabu, diina, nyaapha.

baalagaawuu go.
GAO

baalagee ta'uu.

baalagaawuu go.
GAO

baalagee ta'uu.

baalagara
GAO

"baadiyyaa" ilaalaa.

baalagee ad.
GAO

nama qaanii hinbeekne, kan nama hinsaa1fanne yookiin hinsafeeffanne, addaggee, saragee; "Baalageen ...

baalagee ad.
GAO

nama qaanii hinbeekne, kan nama hinsaa1fanne yookiin hinsafeeffanne, addaggee, saragee; "Baalageen...

baalageessuu go.
GAO

akka baalagee ta'u· gochuu; Daa'ima baalageessuun booda nama gaabbisiisa. 2. seera malee dubartiin ...

baalageessuu go.
GAO

akka baalagee ta'u· gochuu; Daa'ima baalageessuun booda nama gaabbisiisa. 2. seera malee dubartiin...

baalagoomuu
GAO

"baalagaawuu" ilaalaa.

baalagummaa ma.·
GAO

baalagee yookiin saragee ta'iisa.

baalagummaa ma.·
GAO

baalagee yookiin saragee ta'iisa.

baalallee
GAO

"baallii" ilaalaa.

baalanquu
GAO

"baallaa" ilaalaa.

baalansoofii ma.
GAO

baala dhaqni isaa nama shookkisu.

baalansoofii ma.
GAO

baala dhaqni isaa nama shookkisu.

baalaqa ma.
GAO

jifaara mi'a adda addaatiin bareechan.

baalaqa ma.
GAO

jifaara mi'a adda addaatiin bareechan.

Sponsors