baalageessuu go.

GAO

Hiika

akka baalagee ta'u· gochuu; Daa'ima baalageessuun booda nama gaabbisiisa. 2. seera malee dubartiin akka dhiira wajjin raftu gochuu.
Sponsors