Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
yoggas da. go.
GAO

yeroo san;Inni yoggas dhufe.

Yogguu
GAO

"yammuu" ilaalaa.

yona
GAO

"yoggana" ilaalaa.

yoo 1
GAO

"yee2" ilaalaa.

yoo 2 hi.
GAO

jecha jalqaba irra dhufee ilma lama walitti hidhu, kan himni inni lammaffaa hima isa duraa irratti h...

yookaan hi.
GAO

waan lama keessaa kan barbaadamuuf kan hinbarbaadamne adda kan ittiin baasan; Yookaan asi gori, yook...

yookan
GAO

"yookaan" ilaalaa.

yookiin
GAO

"yookaan" ilaalaa.

yookiis
GAO

"yookaan" ilaalaa.

yookin
GAO

"yookaan" ilaalaa.

yoomi da. Go.
GAO

jecha yeroo ittiin gaafatan, yeroo kam; Bakka deemtee yoomi dhufte.

yoomiif da.go.
GAO

1. yeroo kamiif; Yoomiif fudhachuu feete? 2. ta'ullee,kamiifuu;Boru dhufuun natti hintolu, yoomiifuu...

yoomuu da.go.
GAO

akkuma fe'e ta'ullee, tasumattuu; Inni yoomuu hindulloomu.

yoona
GAO

"yoggana" ilaalaa.

yoosuma da.go.
GAO

yeroo sana, odoo hinturin; Yoosuma sanan gaafadhe.

yowaan
GAO

"yoggana" ilaalaa.

yowaayoo ma.
GAO

bara yeroo keessa jiranii, yefoo ammaa.

yuu 1 fu.
GAO

sagalee maqaa yookiin gocha irratti galee cimsanii haasa'uu agarsiisu; Atiyyuu deemtu ishiin tole hi...

yuu 2 je.
GAO

sagalee waamicha deebii ittiin kennan, sagalee ittiin owwaatan; Yoo namni si waame "yuu"  jedhi.

yuuba ma.
GAO

qajjiisa mataa kan luuccaa yookiin qiciicaa hinta'in, gafare; "Hirroo ehee, Hiriyoo ehee. Martiin yu...

Sponsors