yoo 2 hi.

GAO

Hiika

jecha jalqaba irra dhufee ilma lama walitti hidhu, kan himni inni lammaffaa hima isa duraa irratti hundaayee raawwatu; Yoo ati dhufte ani nan deema. 2. jecha hima wal mormu lama tokkoon tokkoon isaanii dura galee walitti hidhu; Yoo baraadde nyaadhu, yoo jibbite dhiisi.
Sponsors