Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
xossee ma.
GAO

akaayii keessi isaa alatti garagalu.

xu'aahii ad.
GAO

dhiira dhaqni hormaataa irraa murame, murattee.

xulub jechuu
GAO

"utaalun" ilaalaa.

xumura ma.
GAO

waan calgaban fiixa baasa, bakkaan ga'a.

xumuruu go.
GAO

waan calqaban fiixa baasuu, bakkaan ga'uu, fixuu; Barreessa kitaaba kanaa waggaa hardhaa xumuruu hin...

xunjutii ma.
GAO

muka baalli daalachaa kan mi'a farsoo daalachaa kan mi'a farsoo (gaanii) ittiin lan yookiin eelee it...

Xunxu'uu go.
GAO

dhangala'aan xixiqqaatee yookiin qal'atee yaa'uu.

xunxuna ma.
GAO

xinnoo xinnoo yookiin qaqal'atee yaa'a; Lagattiin xunxunaa, lukaanuu yoo ceete kottee keellee si hin...

xunxunsiisuu ad.
GAO

akka xunxunu gochuu.

xuraa'aa ad.
GAO

kan xurii qabu, kan qulqulluu hintaane, kan miicamuu yookiin dhiqamuu baroaachisu.

xuraa'uu go.
GAO

xurii godhachuu, biyyee fakkaachuu, qulqullummaa dhabuu.

xuraayaa
GAO

"xuraa'aa" ilaalaa.

xureeasa ma.
GAO

akka xuraa'u gocha.

xureecha
GAO

"xureessa" ilaalaa.

xureechuu
GAO

"xureessuu" ilaalaa.

xureessuu go.
GAO

akka xurii godhatu gochuu, xurii guursisuu.

xurii 1 ma.
GAO

dhiqaa awwaaraa, dafqaa dhoqqeefi kan yoo nafa dhiqatan, mi'a dhiqan yookiin wayyaa miican bishaan b...

xurii 2 ma.
GAO

dhiiga dubartiitti ji'a ji'aan dhufu, laguu, adafii.

xurii qeensaa ma.
GAO

1. xurii qeensa keessatti kuufamu. 2. waan xiqqoo, yartuu; Namni tokko tokko nama tuffii guddina amm...

xurree ma.
GAO

daandii miillaa, karaa qal'oo miillaan irra deeman.

Sponsors