xurii 1 ma.

GAO

Hiika

dhiqaa awwaaraa, dafqaa dhoqqeefi kan yoo nafa dhiqatan, mi'a dhiqan yookiin wayyaa miican bishaan booressee wajjin bawu; Yoo saamunaa itti rigan malee xuriin uffata irraa sirriitti hinbawu.
Sponsors