Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
xalalsiisuu go.
GAO

akka xalalu (calalu)gochuu.

xalaluu go.
GAO

boorun akka qarraru gochuu, dhimbiibuu, gumaafi (gunguruuf)dhangala'aa addaan fowuu, calaluu.

xalasa 1 ma.
GAO

galgala yeroo horiin galu, galchaa sa'aa yookiin horii.

xalasa 2 ma.
GAO

fayyaa ta'iisa, nagaa qabeenya; Inni yeroo baay'ee waan dhukkubsatuuf xalasa hinqabu.

xalashiisuu go.
GAO

akka xalashuu gochuu.

xalashuu go.
GAO

yeroo siribiidhaa(siribsiisaa) qotileen wal duraa duuba midhaan irra qeemuu.

xalayaa ma.
GAO

ergaa waraqata irratti barreeffamee (yeroo baay'ee poostaa keessa kaawwamee) namaaf ergamu, yookiin ...

xalliftuu ad.
GAO

dubartii yookiin dhiira hojii hinqabne, tan akkanumaa ganda irra kaatu.

xallisa ma.
GAO

hojii malee olii gadi deemsa,joora.

xallisaa ad.
GAO

nama hojii hinqabne, kari akkanumaan ganda irra deemu.

xallisuu go.
GAO

hojii malee olii gadi deemuu, jooruu.

xalxaba ma.
GAO

1. foon hiddiifi uribuun itti baayistu,kan yoo nyaatan ilkaan seenee nama dhibu. 2. kan onnee hinqab...

xamada ma.
GAO

morma qotilee qanbarriin hidhanii qonnaaf qopheessa, camada.

xamadachuu go.
GAO

1. morma qotileetti qanbarrii hidhatanii qonnaaf qopheeffachuu, camadachuu; Baay'ee qotuuf ganamaan ...

xamadamuu go.
GAO

morma qotileetti qanbarriin hidhamee qonnaaf qophaawuu, camadamuu.

xamadchiisuu go.
GAO

akka xamadu gochuu, camachiisuu.

xamaduu go.
GAO

1 . Manna qotileetti qanbara hidhanii qotileetti qanbara hidhanii qonnaaf qopheessuu, camaduu. 2. wa...

xamboora
GAO

"daamotii" ilaalaa.

xamma'aa ad.
GAO

1. kan yeroo yerocodhaan gadi deemu, gatii dhumoo, gadi guddattuu. 2. kan yoo waa itti o'e baqli yoo...

xammaqamuu
GAO

"cuuphamuu" ilaalaa.

Sponsors