xamadachuu go.

GAO

Hiika

1. morma qotileetti qanbarrii hidhatanii qonnaaf qopheeffachuu, camadachuu; Baay'ee qotuuf ganamaan xamadachuu wayya. 2.qotilee lama argachuu yookiin horachuu; Ormaaf qixxee qotuu irra jabaatanii xamadachuu wayya.
Sponsors