Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
xaaxeffachuu go.
GAO

xaaxaateedhaan bakkee nama dhukkubu gubuu.

xaaxessaa
GAO

"xaaxaatee 1" ilaalaa.

Xaaxessaa 2 ma.
GAO

maqaa mukaa kan yeroo abiddatti kaayan xaaxa'u.

xaaxoftuu ad.
GAO

1 . yoo bowwoo yookiin waraansi nama qabe xaaxeateedhaan o'ifachuu Yookiin gubachuu. 2. akka xaaxa'u...

xab gochuu go.
GAO

odoo tokkollee hinhambisin fixuu. 2. dhangala'aa xiqqeessanii buusuu. 3. waan itti akeekkatan rukutu...

xaba
GAO

"tapha" ilaalaa.

xabaqaa
GAO

'abukaattoo" ilaalaa.

xabarrarsuu go.
GAO

akka xabarraru gochuu. iitii godhachuuf humnaan fuudhuu.

xabarraruu go.
GAO

hara malee oo'uu yookiin goguu, habararuu.

xachiisuu
GAO

"xaxchiisuu" ilaalaa.

xafa'uu go.
GAO

dhibeen xafaa Jedhamu nama qabuu.

xafaa ma.
GAO

dhibee nafa namaa madeessu, kan akka dhullaa.

Xafiisiisuu go.
GAO

akka xallisu gochuu.

xalafa ma.
GAO

Iuka walitti xaxa. 2. Iuka qaba yookiin luka jaiaa buta. 3. "butii" ilaalaa.

xalafachuu go.
GAO

waan ta'e walitti xaxachuu.

xalafamuu go.
GAO

lukti walitti xaxamuu. 2. lukti jalaabutamuu. 3. "butamuu" ilaalaa.

xalafsiisuu go.
GAO

akka xalafu gochuu.

xalafuu go.
GAO

1.luka walitti cufuu;Sangaa kuffisuu yoo hedan hinxalafu. 2. luka jalaa butuu; Horii buubaan akka ke...

xalala ma.
GAO

booruun akka qarraru gocha, dhimbiiba,calala.

xalalachuu go.
GAO

booruun akka qarraru godhachuu, dhimbiibbachuu, calalachuu.

Sponsors