Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
xalafuu go.
xalafuu go.
GAO
Hiika
1.luka walitti cufuu;Sangaa kuffisuu yoo hedan hinxalafu. 2. luka jalaa butuu; Horii buubaan akka keessa dhaabbatuuf uleetti wadaroo
shamqaqqoo maraniiti luka xalafu. 3.(durba) niitii godhachuuf humnaan fuudhuu.
Sponsors