Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
awwaala argachuu go.
GAO

1.bakka itti awwaalaman argachuu. 2. namni hedduun bayee nama awwaaluu.

awwaala irra ijjechuu go.
GAO

awwaala irratti yookiin gataa irratti argamuu.

awwaala irra ijjechuu go.
GAO

awwaala irratti yookiin gataa irratti argamuu.

awwaala ma.
GAO

1. bool'a namni du'e itti awwaalamu. 2. nama du'e awwaala; Awwaalaa yoo galan harka dhiqataniiti ...

awwaala ma.
GAO

1. bool'a namni du'e itti awwaalamu. 2. nama du'e awwaala; Awwaalaa yoo galan harka dhiqataniiti s...

awwaala toluu go.
GAO

namni baay'een bayee akka gaariitti awwaalarnuu.

awwaala toluu go.
GAO

namni baay'een bayee akka gaariitti awwaalarnuu.

awwaalamaa ad.
GAO

1. akka hinbeekamne yookiin hinargamne kan godharne. 2. "hacuucamaa" ilaalaa.

awwaalamaa ad.
GAO

1. akka hinbeekamne yookiin hinargamne kan godharne. 2. "hacuucamaa" ilaalaa.

awwaalamuu go.
GAO

1 . du'anii boolIa keessa kaawwamuu. 2. akka hinbeekarnne yookiin hinargamne ta'uu.

awwaalamuu go.
GAO

1 . du'anii boolIa keessa kaawwamuu. 2. akka hinbeekarnne yookiin hinargamne ta'uu.

awwaalatoluu go.
GAO

namni baay'een bayee akka gaariitti awwaalarnuu.

awwaalchisuu
GAO

"awwaalsisuu" ilaalaa.

awwaallacha ma.
GAO

1. narna ofii kan du'e boolla keessa kaa'a. 2. akka hinbekamne godhacha.

awwaallacha ma.
GAO

1. narna ofii kan du'e boolla keessa kaa'a. 2. akka hinbekamne godhacha.

awwaallachuu go.
GAO

1 . narna ofii kan du' e boolIaan gawuu. 2. akka hinbeekamne yookiin hinargamne dhokfachuu.

awwaallachuu go.
GAO

1 . narna ofii kan du' e boolIaan gawuu. 2. akka hinbeekamne yookiin hinargamne dhokfachuu.

awwaalli marga baasuu go.
GAO

erga du'ee awwaalamee turuu.

awwaalli marga baasuu go.
GAO

erga du'ee awwaalamee turuu.

awwaalsisuu go.
GAO

akka awwaalu gochuu.

Sponsors