Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
awwaala ma.
awwaala ma.
GAO
Hiika
1. bool'a namni du'e itti awwaalamu. 2. nama du'e awwaala; Awwaalaa yoo galan harka dhiqataniiti shuummoo (mulluu) nyaatu. 3. akka hin beekamne dhoksa;
"Rakkoo yoo awwaalan gargaarsa hinargatan."
Sponsors