Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
uksiisuu 1 go.
GAO

akka uku gochuu.

uksiisuu 2 go.
GAO

akka qufa'u gochuu.

ukuu 1 go.
GAO

gargaarsa kennuu; Mee afu haamaa gaaf  tokko na miti. 2. nama dhibame yaaluu nama bultiin harkaa bu...

ukuu 2 go.
GAO

waanni jiidha qabu ukkaamamee foolii geeddaruu.

ukuu 3 go.
GAO

qufaa gogaan yookiin qakkeen nama qufaasisuu.

ula
GAO

"hula" ilaalaa.

ulaa 1 ma.
GAO

qola yookiin baala kan yammuu abiddatti naqan foolii urgaa baasu.

ulaa 2 ma.
GAO

1. karaa mana keessaa itt1in bayan yookiin mana seenan. 2. balbala boroo yookiin duubatti baasu. 3. ...

ulaaa bawuu
GAO

"hulmaa bawuu" ilaalaa.

ulaandhula ma.
GAO

raammoo bishaan ciisaa keessa galtu kan yoo bishaan sana keessa dhaabbatan luka namaatti qabattu yoo...

ulachiisuu
GAO

"hulachiisuu" ilaalaa.

ulachuu
GAO

"hulachuu" ilaalaa.

ulamuu
GAO

"hulamuu" ilaalaa.

ulannaa ma.
GAO

foolii urgaawu aarfannaa.

ulasisuu go.
GAO

akka ulu gochuu.

ulbata
GAO

"hulbata" ilaalaa.

ulchiisuu
GAO

"ulsiisuu" ilaala.

ulee
GAO

"hulee" ilaalaa.

ulfa ad.
GAO

1. dubartii daa'ima garaadhaa qabdu. 2. daa'ima garaa haadhaa keessa jirtu.

ulfa seexanaa ma.
GAO

xannacha gadameessa keessatti margee garaa dhiiteesu, kan ulfa hindayamne jedhamu.

Sponsors