Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
ulaandhula ma.
ulaandhula ma.
GAO
Hiika
raammoo bishaan ciisaa keessa galtu kan yoo bishaan sana keessa dhaabbatan luka namaatti qabattu yookiin yoo horiin bishaan sana dhuge arraba jalatti maxxante haftee dhiiga xuuxxu, dhulaandhula.
Sponsors