Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
taphattuu ad.
GAO

nama taphaan beekamtu; Namni taphattuun namatti tolti.

tara taraa da. go.
GAO

waldaa, duuba, dabaree dabaree; Tara taraan ol galaa.

taraa da.go.
GAO

wal duraa duuba yeroo waan tokko itti hojjetan, tartiiba, dabaree; Taraan bishaan waraabbadhu na gay...

taraara ma.
GAO

lafa baqaqsa.

taraarachuu go.
GAO

bajjii baqaqfachuu, qotachuu. 2. karaa yookiin toora hojii baafachuu.

taraaramuu go.
GAO

sararamuu, baqaqfamuu; Bajjiin dura taraataramu malee hinqotamu; Nafti isaa qoreedhaan taraaramee dh...

taraarsisuu go.
GAO

akka taraaru gochuu.

taraaruu go.
GAO

1. lafa bajjii baqaquu. karaa yookiin tilmaama hojii baasuu.

taraassuu go.
GAO

addaan kutuu, baqaqsuu; Hukti baaqqee na irratti tarsaase.

taratii ma.
GAO

oduu durii; Mee taratii nutti himi.

taratuu go.
GAO

oduu durii fakkeessanii waan amma keessa jiran irratti yaada ofii ibsuu, mammaakuu.

tarii 1 ma.
GAO

bineentii daggalaa, tan re'ee fakkaattu, tan foon ishii nyaatamu, kuruphee; "Tariin ammuma ishiitti ...

tarkaanfacha
GAO

"tarkaanfannaa" ilaalaa.

tarkaanfachiisuu go.
GAO

1. akka tarkaanfatu gochuu. 2. hojii fuunduratti adeemsisuu.

tarkaanfannaa ma.
GAO

miilla lafaa kaasanii fuunduratti warraaqa.

tarkaanfata
GAO

"tarkaanfannaa" ilaalaa.

tarkaanfataa ad.
GAO

1. kan miilla dafee dafee wal duraa duuba kaasee deemu. 2. warraaqsa uummataa keessatti uummata cina...

tarkaanfatamuu go.
GAO

odoo irra hinejjetiin irraan darbamuu. 2. irraanfatamuu, wanti hiramaa jiru odoo nama hingayin bira ...

tarkaanfii ma.
GAO

1. deemsa tarkaanfannaa al tokkoo; Tarkaanfii kudhan deemteeti gara bitaatti gorta. 2. adaba yookiin...

tarnanfachuu go.
GAO

miilla wal duraa duuba dafanii dafanii kaasuudhaan demuu; Tarkaanfachuuniifi tirachuun addaa adda. 2...

Sponsors