tarkaanfii ma.

GAO

Hiika

1. deemsa tarkaanfannaa al tokkoo; Tarkaanfii kudhan deemteeti gara bitaatti gorta. 2. adaba yookiin murtee adaba irratti rawatamu; Warra hate irratti tarkaanfiin fudhatamee Jira.
Sponsors