Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
taadhii ad.
GAO

tan daftee daftee deessu yookiin dhaltu; Sa'i taadhii'aan anaaniif odoo hintaane horuuf tolti.

taaffee buu'uu go.
GAO

Taaffee madaatti cobsiisuu; Ijoollee yeroo dhaqna qaban akka madaan qafee fayyuuf taaffee buusuu.

taaffee ma.
GAO

moora yookiin shinfaa dhadhaan makanii yookiin dhadhaa duwwaa baqsanii madaatti buusan.

taajjaba ma.
GAO

gocha yookiin haasaa hintaane irraa,kan ka'e tuffii yookiin gadi ilaalcha naf namaafqabaatu;Nama ham...

taajjabsiisuu go.
GAO

1. waan taajjaba namatti fidu hojjechuu, dubbachuu; Waan hintaane dubbachuun nama taajjabsiisa. 2. a...

taajjabuu go.
GAO

taajjaba keessa galuu yookiin tujjabni nama irra gawuu.

taajuma
GAO

"tujuba" ilaalaa.

taajura
GAO

"tujaara" ilaalaa.

taakkuu ma.
GAO

dheerina fiixee quba abbuuddu fi quba dheeraa gidduutti argamu; Lafa taakkuu tokkollee dabarsinee or...

taaksii 1 ma.
GAO

konkolaataa xixinnoo saantima kennaniifii magaala keessa namaan deemtu.

Taaksii 2 ma.
GAO

qaraxa yookiin gibira mootummaaf kennamu Taaksii odoo itti hinbaasin miini-gumniruukii siif hinbawu.

taaktikii
GAO

"tooftaa" ilaalaa.

taan ma.dha.
GAO

tana odoo hintaane, kan biraa, kaan; Ishii dhiisii taan fidi.

taanikaa ma.
GAO

mi'a roga afurii kan qo qorroo irraa hojjetamu, kan dhangala'aa amma liitira digdamaatti baachuu dan...

taankii ma.
GAO

konkolaataa waraanaa kan qawwee akka fugaa dheeratu ofi irraa qabu, kan duraa duubi isaa hundi sibii...

taasisa ma.
GAO

wanti yaadame akka ta'u gocha.

taasisaa ad.
GAO

kan wanni yaadame akka ta'u godhu.

taasisuu go.
GAO

wanti tokko akka ta'u yookiin hojiitti akka jijjiiramu gochuu.

taaskii
GAO

"taksiiy" ilaalaa.

taasuu da.go.
GAO

sababa ta'eef, tasa; Taasuu deeman malee silaa hardha as oolu.

Sponsors