1. waa irraa kaasuuf, keessaa balleessuuf yookiin laaffisuuf rirriita Insoosoo sukkuuma; Dhaqna sukk...
1. waan tokko waa irraa yookiin keessaa baasuuf laaffisamuu, rirriitamuu; Midhaan jiidha qabu hinsuk...
1. wa'a keessaa yookiin irraa baasuuf yookiin laaffisuuf rirriittachuu. 2.dhidhiibbachuu; Buqqa'aa o...
dubartii waan ta'e rirriittu. 2. ogeettii yoo namni dhibame yookiin miidhaan dhaqna irra gaye dhid...
waan tokko waa keessaa yookiin irraa baasuuf yookiin laaffisuuf waa jidduu (gidduu) galchanii rirrii...
suuta fiiguu sussukuu, akka sareetti deemuu, kus kus jechuu; "Amma dhaabbatan hinqufananii, amma fii...
1. lafa dhooqa lolaan keessa yaa'u. 2. waan dhooqa ta'e; Sulula dugdaa keessa dafqi gadi yaa'e.
allaattii odoo qiili'a hinqabaatin lafa irraa yookiin nama harkaa waa buttee barartu, culullee.
mataa kee duwwaa /qofa/, siy; Namni re'ee Badhaasaa hate, suma malee nama biraa miti.
gosa midhaanii kan birraa birraa biyyee gurraacha irra facaasan, kan yeroo baay'ee akkaayiif oolu, s...