sukkuumamuu go.

GAO

Hiika

1. waan tokko waa irraa yookiin keessaa baasuuf laaffisamuu, rirriitamuu; Midhaan jiidha qabu hinsukkuumamu. 2.dhidhiibamuu; Ulfi hinsukkuumamtu.
Sponsors