Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
sodaattuu ad.
GAO

tan hamaan na irra gaya yookiin balaan natti bu'a jettee yaadan raafamtu, dabooroo; Sodaattuun halka...

soddaa ma.
GAO

maqaa firoomaa kan warri fuudhaniifi heerumsiisan walitti firoomanii ittiin wal waaman, dumashii.

soddoma ad.
GAO

lakkoofsa digdamii sagalitti aanee dhufu, 1,2,3,. . 29, 30 ...

soddooma ma.
GAO

soddaa ta'iisa; "Intalli duutee soddoomni oole"

soddoomuu go.
GAO

soddaa walii ta'uu.

sogo ma.
GAO

oofichoo warqee yookiin muuzii.

sokkaa ma.
GAO

dhirsa jalaa badanii deemicha.

sokkiisiisuu go.
GAO

akka sokku /sokkitu/ gochuu.

sokkituu
GAO

dubartii dhirsa jalaa baddee deemtu.

sokkuu go
GAO

dhirsa jalaa baduu, deemuu.

sokoksa ma.
GAO

sagalee baallii yookiin wanti gogaa haphiin yoo warraaqe yookiin tuqame dhageessisu.

sokoksuu go.
GAO

1. wanti haphii gogaan warraaqee sagalee dhageessisuu. 2. warraaquu, deemuu; Amman dhufutti bakkanaa...

sokora ma.
GAO

gosa simbiraa, kan bifti ishii bareedu.

sokorruu ma.
GAO

1. muka baalli isaa fiixee irraa qoree qabu, kan daraaraan isaa kubba fakkaatu, kosorruu, dobaa. 2. ...

solana ma.
GAO

muka qal'aa jallina hinqabne, margii.

Solee ma.
GAO

maqaa mukaa.

Solloqa ma.
GAO

irraa folloqsa, irraa kaasa, quncisa.wawarraaqxu.

sona ma.
GAO

waan yammuu aarsan urgaami, ixaana.

soofacha ma.
GAO

wawarraaqa dhiiraafi dubartii walfaana ciisanii.

soofachuu 1 go.
GAO

dhiirriifi dubartiin walfaana ciisanii wawarraaquu.

Sponsors