sokorruu ma.

GAO

Hiika

1. muka baalli isaa fiixee irraa qoree qabu, kan daraaraan isaa kubba fakkaatu, kosorruu, dobaa. 2. magartuu lafa irratti maxxantu yookiin ol guddattu tan qoree qabdu, tan yeroo baay'ee re'eeniifi harreen nyaattu.
Sponsors