Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
shuumii ma.
GAO

nama taayitaa qabu;Rakkoo namairra gaye shuumi itti himatu.

shuummoo
GAO

"suummoo" ilaalaa.

shuumsisuu go.
GAO

akka shuumamu gochuu.

shuumuu go.
GAO

nama keessaa filanii (foyanii) taayitaa kennuufii, akka bulchu gochuu.

shuuroo
GAO

"marqaa" ilaalaa.

si'achi da.go.
GAO

gara fuunduraa, yeroo dhufu; Amma humaa hinjedhu, kan si'achii hinbeeku malee.

si'achiisuu go.
GAO

akka si'atu yookiin si'attu gochuu.

si'achuu go.
GAO

1. baay'isanii hawwuu, gumja'uu (gomja'uu) 2. rukutuuf itti jedhanii dhiisuu, aggaamuu, aggachuu; Na...

si'ana da.go.
GAO

si'a kana, yeroo kana.

si'atamuu go.
GAO

rukutamuuf jedhanii dhiifamuu, aggatamuu, aggaamamuu.

Si'awuu go.
GAO

waan ta'e hojjechuuf barbaacha guddaa qabaatanii argamuu; Waan hojjechuun namaa hinoolletti, si 'aaw...

Sibaaabii ma.
GAO

naannoo mana jalaa karaa alaatiin.

sibiila 1 ma.
GAO

waan biyyee keessaa foyamee baye, maarashaa, qottoo, dhakaraa, w.k.f. irraa qophaawu; Sibiilli amma ...

Sibiila 2 ad.
GAO

waan hara malee jabeenya qabu; Inni sibiila malee hunda dhaanamee irraa hinhafu ture.

Sibiila diimaa ma.
GAO

sibiila bifti diimaa, kan wanti akka amartii yookiin qubee irraa hojjetamu; Gatiin sibiila diimaa, a...

Sibiila gurraacha ma.
GAO

sibiila bifti gurraachaa, kan meeshaa adda addaa irraa qopheessan.

Sibikaa ma.
GAO

dubbii dhugaa hinta'in; Sibikaa dubbachuu irra dhugaa dubbatanii bakka dhiitetti buluu wayya.

sidaama ad.
GAO

1.orma, halagaa, fira kan hinta'in. 2. "Amaaraa" ilaalaa.

Sidaamaa ma.
GAO

1.saba Itoophiyaa keessa jiran keessaa tokko. 2. afaan gosni Sidaamaa dubbatu. 3. biyya gosni Sidaam...

siddachuu
GAO

"si'essuu" ilaalaa.

Sponsors