si'achuu go.

GAO

Hiika

1. baay'isanii hawwuu, gumja'uu (gomja'uu) 2. rukutuuf itti jedhanii dhiisuu, aggaamuu, aggachuu; Nama si'achuun, qixxee nama rukutuuti. 3. ijaan yookiin fuulaan ori'uu; Maalan balleessee na si'ata.
Sponsors