Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
sharasharuu 2
GAO

"seesuu 2" ilaalaa.

Shari'aa ma.
GAO

seera Islaamni itti bulu.

sharrafa ma.
GAO

fiixee irraa cabsa, mura.

Sharrafamuu go.
GAO

fiixeen irraa cabuu, rnurarnuu.

sharrafsiisuu go.
GAO

akka sharrafu gochuu.

sharrafuu go.
GAO

fiixee irraa cabsuu, muruu, sheelechuu, seelkee taasisuu.

sharshaarii
GAO

"charchaarii" ilaalaa.

sharuura ma.
GAO

waan faayidaan isaa sirriitti hinbeekamne, hinmuldhanne, waan yartuu.

shashara ma.
GAO

ingudaayee yookiin commee nyaatamu.

shatoo ad.
GAO

1. nama miill isaa dalga ejjetu; Shatoon yoo deemu koomeen wal rukuta. 2. giingoo (geengoo) oofichoo...

shax gochuu go.
GAO

1. alangeen yookiin haxeen rukutuu, garafuu. 2. lammata odoo'itti hindeebi'in tokkichumaan kutanii b...

shaxee 1 ad.
GAO

qara fiixeen qal'atu.

shaxee 2 ma.
GAO

alangaa, karaabii(muka qal'oo), w.k.f. xinnoo keessumattuu kan daa'ima ittiin adaban; Shaxee muradhu...

shaxxee
GAO

"shaxee 2" ilaalaa.

shayii
GAO

"shaayii 1" ilaalaa.

shedara ad.
GAO

dubartii argaan ishii nama gammachiisu, naato qabeettii (surra qabeettii), bareedduu.

sheeka ma.
GAO

1. nama (Islaama) waa'ee amantii Islaamaa qulqulleessee beeku. 2. nama waa hedduu beeku, beekaa, hay...

Sheekanaa Huseen ma.
GAO

Amantii Islaamaa keessatti kan namoonni biyya Baaleetti muudaaf itti dhaqan.

sheekii
GAO

"sheeka"ilaalaa.

sheelaa
GAO

"seelaa" ilaalaa.

Sponsors