shatoo ad.

GAO

Hiika

1. nama miill isaa dalga ejjetu; Shatoon yoo deemu koomeen wal rukuta. 2. giingoo (geengoo) oofichoo, hidda, citaa, quncee, w.k.f., waan maramu kan waan akka hubboo, jabanaa, gaanii, w.k.f. irra dhaaban.
Sponsors