dhugaatii bishaaniifi baala shaayii jedhamuun walitti danfee sukkaara itti naqanii dhugan.
waan tokko odoo hinjabeessin yookiin hinmiidhagsin ijaaruu, fowuu, hodhuu, w.k.f.
1.afaan mi'aadhaan nama miidhuuf lafa jala deemuu. 2. jecha namaa waan abbaan hinjennetti geeddaruu,...
1. "shafshafamaa" ilaalaa. 2. nama dubbii garaatti qabachuu hindandeenye. 3. nama dubbiin isa dhaaba...
akka bulbulamuuf waliin dhawuu, raasuu; Qoricha tokko tokko odoo hindhugin dura shatuu barbaachisa.
nama gaarii yookiin tolaa, miidhagaa. 2. kan hamaa hintaane, bayeessa; Yaadi kee kun shaggaa dha.
sagalee shakak Jedhu dhageessisa, shakakii; "Kenna Rabbii shakaamii hindhaga'ani" jechuun yeroo Rabb...