shafshafaa ad.

GAO

Hiika

1. "shafshafamaa" ilaalaa. 2. nama dubbii garaatti qabachuu hindandeenye. 3. nama dubbiin isa dhaaba hinqabne, kan waan dubbate keessa garagalu.
Sponsors