Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
Sangaa ma.
GAO

1. horii manaa kan qonnaaf oolu, qotiyyoo. 2. qotiyyoo tumamee yookiin kola'ee akka gabbatu ittiin q...

Sangooma ma.
GAO

sangaa ta'iisa, dhalcha dadhaba, gabbacha.

Sangoomfachuu go.
GAO

sangaa taasifachuu.

Sangoomsuu go.
GAO

akka sangaa ta'u gochuu.

Sangoomuu go.
GAO

sangaa ta'uu dhalcha dadhabuu, gabbachuu.

Sangummaa ma.
GAO

sangaa ta'iisa.

sanxii ma.
GAO

sibiila (meeshaa) gar tokkoon qara qabu kan yoo gadi deebisan qarri isaa muka harkaan qabatan keessa...

saqa
GAO

"sabaqa " ilaalaa.

Saqaa ma.
GAO

1.lafa fagoo yookiin Ganda jalaa. 2. waan qaanii; Dubbii saqaa dubbachuun gaarii miti.

saqala ma.
GAO

morma qotileetti (qotiyyootti) harqoota 'qanbarrii) hidha, camada.

saqalaa ma.
GAO

1. mana yookiin gootaraa guddaa. 2. mqna roga afur qabu, mulaalee. 3. mana garasiifi garanaan walitt...

saqalachuu go.
GAO

1. camadachuu. 2.qotiyyoota camadaman horachuu.

saqalamaa ad.
GAO

camadamaa.

saqalamuu go.
GAO

harqootni (qanbarriin) morma qotileetti hidhamuu, camadamuu.

saqalee
GAO

"saqalaa 2" ilaalaa.

saqaluu go.
GAO

qotilee camaduu.

saqqii ma.
GAO

teepha yookiin waan akkasii kan gurra surree keessaan baasanii mudhii ittiin hidhatan, qabattoo; Ilm...

sara ma.
GAO

damee mukaa; Mukti akka dheeratee margu, sara irraa muruu (maaxuu) wayya.

saragee ad.
GAO

nama bultii hingodhanne, kan ganda irra deemuu guddisu.

sarandiidaa
GAO

"sardiida" ilaalaa.

Sponsors