Sangaa ma.

GAO

Hiika

1. horii manaa kan qonnaaf oolu, qotiyyoo. 2. qotiyyoo tumamee yookiin kola'ee akka gabbatu ittiin qotuu dhiisan.
Sponsors