Islaama taasisuu. Islaama taate.
amantii Islaamummaa Islaama ta'u fudhachuu.
hara malee yookiin sirriitti bulleessa.
Sirriitti bulleessanii daakkachuu.
kan bullaa'ee daakame.
hara malee yookiin sirriitti bulleeffamee daakamuu.
sirriitti bulleessisuu.
sirriitti bulleessuu.
wal godhiisa dhiiraafi dubartii.
1. ulfina (kabaja) dhaba. 2. xiqqeenya, waan hinulfaanne.
kan ulfina yookiin kabaja hinqabne.
1.kan hinbaay'anne, xiqqaa. 2. kan jabina hinqabne, yaraa. 3. kan yoo hojjetan nama hindhibne; Afaan...
1. ulfina dhabuu. 2. baay'ina yookiin guddina dhabuu, xiqqachuu. 3. jabina dhabuu, yarachuu.
Tan ulfina (kabaja) hinqane salphoo.
xiqqeeffachuu.
akka salu yookiin akka salamtu gochuu.
dhiira saluu beeku yookiin baay'isu.
Guyyaa Jimaataafi Dilbata jidduu oolu Sanbata, Sanbata xinnaa, Qidaamee.
guyyaa Sanbata duraafi Hojjaa yookiin Dafinoo jidduu ykn Gidirsanbat, Dilbata .
"Sambata duraa" ilaalaa.