Salphaa 2 ad.

GAO

Hiika

1.kan hinbaay'anne, xiqqaa. 2. kan jabina hinqabne, yaraa. 3. kan yoo hojjetan nama hindhibne; Afaan Oromoo qubee Oromootiin barreessuun baay'ee salphaadha.
Sponsors