Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
raacha ma.
GAO

lubbuu xixinnoo bishaan keessa yookiin lafa irraa jiraattu, tan yeroo lafa irra adeemtu ol uutaaltu,...

raacitii 1 ma.
GAO

bukoo qal'aa, kan bukoo haaraa akka dafee bukeessuuf itti makan.

raacitii 2 ad.
GAO

irraa hafaa, kan wayitti hingalle; Namni raacitiin jireenyi isaa akka hinqabu.

raada ma.
GAO

jabbii dhaltuu.

raadiyoo ma.
GAO

mi'a xinnoo kan sagaleen keessaa dubbatu; Raadiyoo Itoophiyaa;  Raadiyoo Ameriikaa;  Raadiyoo Jann...

raadiyoonii
GAO

"raadiyoo" ilaalaa.

raafamuu
GAO

"raasamuu" ilaalaa.

raafuu ma.
GAO

ataakiltii baalli isaa affeelamee buddeenaa wajjin nyaatamu, shaanaa, goommada (goommana); "Jiruu de...

raaga ma.
GAO

dubbii wanti hara si'achii ta'u keessatti dubbatamu, raajii; Abalu raaga dubbata.

raagaa ad.
GAO

namicha dubbii raaga dubbatu yookiin raagu; Mucaan jalaa  dhukkubnaan raagaa bira dhaqe.

raaguu go.
GAO

waan ta'uuf jiru dubbachuu,raajµu.

raajeffachuu go.
GAO

dinqisiifachuu, maalalfachuu.

raajii 1 ma.
GAO

1.waan nama dinqisiisu yookiin maalalchiisu; Gaangeen nidhalte jechuun waan raajiiti. 2. waan fuul d...

raajii 2 ma.
GAO

mi'a dhukkuba dhaqna namaa keessa jiru, fakkeenyaaf dhukkuba sombaa suuraa kaasee himu, agarsiisu; N...

raajii dubbachuu go.
GAO

1. waan hinamanamne, waan dinqisiisaa nama dhageessisuu; Dubbiin isaa dubbii yaal'oo miti, raaji dub...

raajjuu 1 ad.
GAO

tan raajii dubbattu.

raajjuu 2
GAO

"raagduu" ilaalaa.

Raajota ma.
GAO

namoota raajii himan; Waayee Kiristoos raajoti duraan akka dubbatan macaafa kakuu moofaa keessatti k...

raajuu 1 go.
GAO

raajii himuu, dubbachuu.

raajuu 2 go.
GAO

waan ta'uuf  jedhu dubbachuu,raaguu.

Sponsors