raajii dubbachuu go.

GAO

Hiika

1. waan hinamanamne, waan dinqisiisaa nama dhageessisuu; Dubbiin isaa dubbii yaal'oo miti, raaji dubbata. 2. waan si'achi ta'u dubbachuu; Raajatti raajii dubbatu.
Sponsors