goofaree gabaabaa keessattuu kan mataa haadamee margee yookiin muramee.
ija silimlimsuu, ija cabsanii nama laaluu; Ija qisuun balaa qaba.
dubbii dhaaba hin qabne.
akka dubbii waliin maku gochuu. qixaabi u go. dubbii mataafi miilla hinqabne haasa'uu, xibaaruu.
adaba kenna.
adabachuu, qunxuxachuu.
adaba argachuu.
adabuu, ari'uu.
qopheeffachuu yookiin soneeffachuu; Namni hojii jaallatu laf jala qixeeffata.
qopheessa yookiin soneessa; Qixeessa galaatu horii jalaa fixe.
akka qiIxeessu gochuu.
qopheessuu yookiin soneessuu.
"quxisuu" ilaalaa.
"qiixxaa" ilaalaa.
waan utu wal hincaalin iddoo lamatti hiramu; Lafa qixxeen qotadha.
do'ii yookiin wal ga'ii.
kan wal hincaalle; Ijoollee lamaanii daara qixxee bite.
1. horii kaffalanii walakkaa waan tokkoo kan ofii godhachuu; Sangaa an birr ii kumaan bite, birrii...
1. ija tokkotti ilaalamuu. 2. guuramanii dhumuu.
1. ija tokkoon ilaalcha. 2. hafa malee fixiisa.