qixxeeffacbuu go.

GAO

Hiika

1. horii kaffalanii walakkaa  waan tokkoo kan ofii godhachuu; Sangaa an birr ii kumaan bite, birrii dhibba shan kaffalee qixxeeffate. 2.  waan boodatti hafe fuulduratti fidanii isa durseen wal qixa godhachuu; Fardi kee boodatti hafee kaachisii  naan  qixxeeffadhu!
Sponsors